Online Bible

- Reklamy -




2 Seenaa 1:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

17 Konkolaataa tokko meetii akka kiiloo torbaa miijanuun, farda tokko immoo meetii akka kiiloo tokkoo fi walakkaa miijanuun biyya Gibxii keessaa in bitu; dabarsaniis mootii Heetotaa fi mootii Sooriyaatti in gurguru turan.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

17 Isaanis gaarii tokko meetii saqilii dhibba jaʼaan, farda immoo meetii saqilii dhibba tokkoo fi shantamaan Gibxii bitanii fidan. Akkasumas gaariiwwanii fi fardeen kanneen erganii mootota Heetotaatii fi mootota Sooriyaa hundatti gurguru turan.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

17 እሳንስ ጋሪ ቶኮ ሜቲ ሰቅሊ ዽበ ጀኣን፣ ፈርደሞ ሜቲ ሰቅሊ ዽበ ቶኮፊ ሸንተማን ግብጢ ብተኒ ፍደን። አከሱመስ ጋሪወኒፊ ፈርዴን ከኔን ኤርገኒ ሞቶተ ሄቶታቲፊ ሞቶተ ሶርያ ሁንደት ጉርጉሩ ቱረን።

Viz kapitola kopírovat




2 Seenaa 1:17

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy