2 Seenaa 1:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Inni fardeen isaa biyya Gibxii fi biyya Qiliiqiyaa keessaa in fichisiise; naggaadonni mootichaa biyya Qiliiqiyaa keessaa bitanii isaan in fidan*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Fardeen Solomoon Gibxii fi Qaweedhaa fidaman; daldaltoota mootummaatu Qaweedhaa gatii yerootiin isaan bite. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 ፈርዴን ሶሎሞን ግብጢፊ ቀዌዻ ፍደመን፤ ደልደልቶተ ሞቱማቱ ቀዌዻ ገቲ ዬሮቲን እሳን ብቴ። Viz kapitola |