Online Bible

- Reklamy -




2 Seenaa 1:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

13 Kana booddee Solomoon, iddoo sagadaa isa ol ka'aa, isa gaara Giibe'on irratti argamu, lafa dunkaanni itti wal ga'an jiru sanaa ka'ee gara Yerusaalemitti in deebi'e; achi taa'ee saba Israa'el irratti in mo'e.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

13 Solomoon ergasii iddoo sagadaa kan Gibeʼoon keessaa sanaa, fuula dunkaana wal gaʼii duraa kaʼee Yerusaalem dhaqe. Innis Israaʼel irratti mootii taʼe.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

13 ሶሎሞን ኤርገሲ እዶ ሰገዳ ከን ግቤኦን ኬሳ ሰና፣ ፉለ ዱንካነ ወል ገኢ ዱራ ከኤ ዬሩሳሌም ዸቄ። እንስ እስራኤልረት ሞቲ ተኤ።

Viz kapitola kopírovat




2 Seenaa 1:13

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy