2 Seenaa 1:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Ogummaa fi beekumsa ani ittiin saba kana bulchu anaaf kenni; kana malee ani attamittan saba kee isa guddaa kana geggeessuu danda'a ree?>> jedhe. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Akka ani saba kana hoogganuuf ogummaa fi beekumsa naaf kenni. Yoo akkas taʼuu baate eenyutu saba kee guddaa kana bulchuu dandaʼa?” Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 አከ አን ሰበ ከነ ሆገኑፍ ኦጉማፊ ቤኩምሰ ናፍ ኬን። ዮ አከስ ተኡ ባቴ ኤኙቱ ሰበኬ ጉዳ ከነ ቡልቹ ደንደአ?” Viz kapitola |