2 ጢሞቴዎስ 1:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Egaa akka Waaqayyo humna siif kennetti, wangeelaaf rakkachuu keessaa qooda qabaadhu malee, gooftaa keenyaaf dhugaa ba'uu, waa'ee koo isa ani sababii Kristosiif jedhee hidhames hin yeella'in*! Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Kanaafuu waaʼee Gooftaa keenyaa dhugaa baʼuutti yookaan ana nama isaaf jedhee hidhametti hin qaanaʼin. Wangeelaaf dhiphachuu keessatti garuu humna Waaqaatiin na wajjin hirmaadhu; Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ከናፉ ዋኤ ጎፍታኬኛ ዹጋ በኡት ዮካን አነ ነመ እሳፍ ጄዼ ህዸሜት ህንቃነእን። ወንጌላፍ ዽጰቹ ኬሰት ገሩ ሁምነ ዋቃቲን ነ ወጅን ህርማዹ፤ Viz kapitola |