Online Bible

- Reklamy -




2 ጢሞቴዎስ 1:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

6 Kanaafis kennaa Waaqayyoo isa yeroo ani harka koo mataa kee irra kaa'e siif kenname, haaressitee akka ibiddaatti akka qabsiiftu sin yaadachiisa*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

6 Sababii kanaaf ani akka ati kennaa Waaqaa kan yeroo ani harka koo sirra kaaʼetti siif kenname sana akka ibiddaatti akka qabsiiftuuf sin yaadachiisa.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

6 ሰበቢ ከናፍ አን አከ አት ኬና ዋቃ ከን ዬሮ አን ሀርከኮ ስረ ካኤት ሲፍ ኬነሜ ሰነ አከ እብዳት አከ ቀብሲፍቱፍ ስን ያደቺሰ።

Viz kapitola kopírovat




2 ጢሞቴዎስ 1:6

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy