Online Bible

- Reklamy -




2 ጢሞቴዎስ 1:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

3 Waaqayyoon, isa ani akkuma abboota kootii yaada garaa qulqullaa'aadhaan hojjedhuuf, nan galateeffadha; kadhata koo halkanii fi guyyaa keessatti yeroo hundumaa sin yaadadha*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

3 Ani yommuu utuu gargar hin kutin halkanii guyyaa kadhannaa koo keessatti si yaadadhutti Waaqa akkuma abbootii kootii anis yaada qulqulluun isa waaqeffadhu sana nan galateeffadha.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

3 አን ዮሙ ኡቱ ገርገር ህንኩትን ሀልከኒ ጉያ ከዸትናኮ ኬሰት ስ ያደዹት ዋቀ አኩመ አቦቲኮቲ አንስ ያደ ቁልቁሉን እሰ ዋቄፈዹ ሰነ ነንገለቴፈዸ።

Viz kapitola kopírovat




2 ጢሞቴዎስ 1:3

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy