Online Bible

- Reklamy -




2 ጢሞቴዎስ 1:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

18 Guyyaa sanatti goofticha biraa araara argachuun isaa jaalala gooftaa haa ta'u! Efesoonittis hammam akka inni anaaf ergame ati iyyuu ba'eessa gootee in beekta*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

18 Akka inni guyyaa sanatti Gooftaa irraa araara argatuuf fedhii Gooftaa haa taʼu! Inni Efesoon keessatti karaa baayʼeen akka na tajaajile ati iyyuu sirriitti beekta.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

18 አከ እን ጉያ ሰነት ጎፍታራ አራረ አርገቱፍ ፌዺ ጎፍታ ሃተኡ! እን ኤፌሶን ኬሰት ከራ ባይኤን አከ ነ ተጃጅሌ አትዩ ስሪት ቤክተ።

Viz kapitola kopírovat




2 ጢሞቴዎስ 1:18

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy