2 ጢሞቴዎስ 1:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Akkuma ati beektu, warri kutaa biyya Asiyaa keessaa hundinuu ana irraa gara galaniiru; Fiigelosii fi Hermogenesis isaan keessa jiru*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Namoonni biyya Asiyaa keessa jiraatan hundinuu akka narraa gara galan ni beekta; Fiigeloosii fi Hermoogenees isaan keessa jiru. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ነሞትን ብየ አስያ ኬሰ ጅራተን ሁንድኑ አከ ነራ ገረገለን ንቤክተ፤ ፊሎጎሲፊ ሄርሞጌኔስ እሳን ኬሰ ጅሩ። Viz kapitola |