2 ጢሞቴዎስ 1:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Wanta gaarii hadaraa sitti kenname sana hafuura qulqulluu isa nu keessa jiraatuun eegi*! Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Waan gaarii imaanaa sitti kenname sana gargaarsa Hafuura Qulqulluu nu keessa jiraatu sanaatiin eegi. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 ዋን ጋሪ እማና ስት ኬነሜ ሰነ ገርጋርሰ ሀፉረ ቁልቁሉ ኑ ኬሰ ጅራቱ ሰናቲን ኤግ። Viz kapitola |