2 ጢሞቴዎስ 1:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Dubbii sirrii isa ana irraa dhageesse sana geggeessaa godhadhuu duukaa bu'i! Amantii fi jaalala karaa Kristos Yesus argamutti qabamii geggeeffami*! Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Waan narraa dhageesse sana akka fakkeenya barsiisa dhugaatti amantii fi jaalala Kiristoos Yesuusiin qabdu jabeessii qabadhu. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ዋን ነራ ዸጌሴ ሰነ አከ ፈኬኘ በርሲሰ ዹጋት አመንቲፊ ጃለለ ክርስቶስ ዬሱሲን ቀብዱ ጀቤሲ ቀበዹ። Viz kapitola |