2 ጢሞቴዎስ 1:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Ani Phaawulos jaalala Waaqayyootiin ergamaa Kristos Yesus ta'ee, akka abdii jireenya isa karaa Kristos Yesus argamutti kana caafuu koo ti*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Phaawulos isa akkuma waadaa jireenya karaa Kiristoos Yesuusiin galame sanaatti fedhii Waaqaatiin ergamaa Kiristoos Yesuus taʼe irraa, Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ጳዉሎስ እሰ አኩመ ዋዳ ጅሬኘ ከራ ክርስቶስ ዬሱሲን ገለሜ ሰናት ፌዺ ዋቃቲን ኤርገማ ክርስቶስ ዬሱስ ተኤራ። Viz kapitola |