2 ሳሙኤል 1:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Daawit immoo,<<Ati eessaa dhufte?>> jedhee isa in gaafate; innis deebisee,<<Iddoo buufata namoota Israa'el keessaan baqadhee dhufe>> jedheen. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Daawitis, “Ati eessaa dhufte?” jedhee isa gaafate. Namichi immoo, “Ani qubata Israaʼelootaa keessaan baqadhee dhufe” jedhe. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ዳዊትስ፣ “አት ኤሳ ዹፍቴ?” ጄዼ እሰ ጋፈቴ። ነምችሞ፣ “አን ቁበተ እስራኤሎታ ኬሳን በቀዼ ዹፌ” ጄዼ። Viz kapitola |