2 ሳሙኤል 1:24 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo24 <<Isin yaa intaloota Israa'el, Saa'ol isa uffata dhiilgee dhagna namaatti tolu isinitti uffise, uffata keessan warqeedhaan isiniif miidhagseef boo'aa! Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa24 “Yaa intallan Israaʼel, Saaʼol isa wayyaa bildiimaa fi uffata haphii isinitti uffise, kan wayyaa keessan warqeedhaan miidhagse, sanaaf booʼaa. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ24 “ያ እንተለን እስራኤል፣ ሳኦል እሰ ወያ ብልዲማፊ ኡፈተ ሀጲ እስንት ኡፍሴ፣ ከን ወያኬሰን ወርቄዻን ሚዸግሴ፣ ሰናፍ ቦኣ። Viz kapitola |