Online Bible

- Reklamy -




2 ሳሙኤል 1:23 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

23 <<Saa'olii fi Yonaataan yommuu jiran, walii wajjin turan, namoonni isaan in jaallatu, isaanitti in gammadus turan; yeroo du'anittis immoo wal irraa gargar hin baane; isaan joobira caalaa fiigu, leencota caalaa jabaatu.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

23 Saaʼolii fi Yoonaataan yeroo lubbuun jiraachaa turanitti, jaallatamoo namni isaanitti gammadu turan; isaan yeroo duʼaattis gargari hin baane. Isaan risaa caalaa ariifatu, leenca caalaas jabaatu turan.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

23 ሳኦሊፊ ዮናታን ዬሮ ሉቡን ጅራቻ ቱረንት፣ ጃለተሞ ነምን እሳንት ገመዱ ቱረን፤ እሳን ዬሮ ዱኣትስ ገርገር ህንባኔ። እሳን ርሳ ጫላ አሪፈቱ፣ ሌንጨ ጫላስ ጀባቱ ቱረን።

Viz kapitola kopírovat




2 ሳሙኤል 1:23

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy