2 ሳሙኤል 1:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Kana irratti Daawit,<<Ati attamitti nama isa Waaqayyo dibee moosise sana harka keetiin ajjeesuudhaaf ija jabaatte?>> jedhee isa in gaafate*; Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Daawit immoo, “Yoos ati dibamaa Waaqayyoo tokko galaafachuuf harka kee ol fudhachuu maaliif hin sodaatin ree?” jedhee gaafate. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 ዳዊትሞ፣ “ዮስ አት ድበማ ዋቀዮ ቶኮ ገላፈቹፍ ሀርከኬ ኦል ፉዸቹ ማሊፍ ህንሶዳትንሬ?” ጄዼ ጋፈቴ። Viz kapitola |