2 ጴጥሮስ 1:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo21 Raajii dubbachuun takkaa jaalala namaatiin hin taane; garuu namoonni hafuura qulqulluudhaan geggeeffamanii, wanta Waaqayyo biraa fudhatan dubbataniiru*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa21 Raajiin takkumaa fedhii namaatiin hin dhufneetii; garuu namoota Waaqaatu Hafuura Qulqulluudhaan geggeeffamee dubbate. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ21 ራጂን ተኩማ ፌዺ ነማቲን ህንዹፍኔቲ፤ ገሩ ነሞተ ዋቃቱ ሀፉረ ቁልቁሉዻን ጌጌፈሜ ዱበቴ። Viz kapitola |