2 ጴጥሮስ 1:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Nuyi warri gaara qullaa'aa gubbaatti isaa wajjin turre immoo, sagalee waaqa irraa isaaf dhufe kana dhageenyeerra*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Nu mataan keenya iyyuu yeroo isa wajjin tulluu qulqulluu irra turretti, utuu sagaleen kun samii irraa dhufuu dhageenye. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 ኑ መታንኬኘዩ ዬሮ እሰ ወጅን ቱሉ ቁልቁሉረ ቱሬት፣ ኡቱ ሰገሌን ኩን ሰሚራ ዹፉ ዸጌኜ። Viz kapitola |