2 ጴጥሮስ 1:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Akkasitti mootummaa gooftaa keenyaa fi fayyisaa keenyaa Yesus Kristos isa bara baraa sanatti galuun isiniif in kennama. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 akkasiin gara mootummaa bara baraa kan Gooftaa keenyaa fi Fayyisaa keenya Yesuus Kiristoositti galuun guutummaatti isiniif kennama. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 አከሲን ገረ ሞቱማ በረ በራ ከን ጎፍታኬኛፊ ፈይሳኬኘ ዬሱስ ክርስቶስት ገሉን ጉቱማት እስኒፍ ኬነመ። Viz kapitola |