2 ጴጥሮስ 1:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Kanaafis obboloota ko, waamamuu keessanitti, fo'amuu keessanittis jabaachuudhaaf caalchisaa dhimmaa! Kana yoo gootan matumaa hin kuftan. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Kanaaf yaa obboloota ko, waamamuu fi filatamuu keessan mirkaneeffachuuf caalaatti hinaaffaa qabaadhaa. Yoo waan kana gootan isin hin gufattan; Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ከናፍ ያ ኦቦሎተኮ፣ ዋመሙፊ ፍለተሙኬሰን ምርከኔፈቹፍ ጫላት ህናፋ ቀባዻ። ዮ ዋን ከነ ጎተን እስን ህንጉፈተን፤ Viz kapitola |