2 ቆሮንቶስ 1:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Jajjabina isa Waaqayyo biraa arganne sanaan, nuyi immoo rakkina attamii keessatti iyyuu warra kaan akka jajjabeessinuuf, inni rakkina keenya hundumaa keessatti nu in jajjabeessa*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 inni akka nu jajjabina Waaqa biraa arganne sanaan warra dhiphina adda addaa keessa jiran jajjabeessuu dandeenyuuf dhiphina keenya hunda keessatti nu jajjabeessa. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 እን አከ ኑ ጀጀብነ ዋቀ ብራ አርገትኔ ሰናን ወረ ዽጵነ አደ አዳ ኬሰ ጅረን ጀጀቤሱ ደንዴኙፍ ዽጵነኬኘ ሁንደ ኬሰት ኑ ጀጀቤሰ። Viz kapitola |