2 ቆሮንቶስ 1:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Akka amanamummaan Waaqayyoo dhugaa ta'e, akkasuma dubbiin ani isinitti dubbadhu ?Eyyee?, ?Waawuu? jechuudhaan kan gara gaggalu miti*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Akkuma Waaqni amanamaa taʼe dubbiin nu isinitti dubbannus “Eeyyee” fi “Waawuu” miti. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 አኩመ ዋቅን አመነማ ተኤ ዱቢን ኑ እስንት ዱበትኑስ “ኤዬፊ ዋዉ” ምት። Viz kapitola |