1 ጢሞቴዎስ 1:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Ani, Kristos Yesus gooftaa keenya isa hojii koo kanaaf humna anaaf kenne kana, ?Amanamaa dha? jedhee hojii isaa irra na dhaabuu isaatiif nan galateeffadha*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Waan inni tajaajila isaatiif na filatee akka nama amanamaatti na lakkaaʼeef, ani Gooftaa keenya Kiristoos Yesuus isa jabina naa kenne sana nan galateeffadha. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ዋን እን ተጃጅለሳቲፍ ነ ፍለቴ አከ ነመ አመነማት ነ ለካኤፍ፣ አን ጎፍታኬኘ ክርስቶስ ዬሱስ እሰ ጀብነ ናፍ ኬኔ ሰነ ነንገለቴፈዸ። Viz kapitola |