1 ጢሞቴዎስ 1:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 warra halaleedhaaf, warra nama gadhoomsaniif, warra nama butaniif, warra sobduudhaaf, warra kakaa sobaa kakataniif, kan biraas yoo jiraatan warra barsiisa sirriidhaan mormaniif tumame*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 akkanumas seerri ejjitootaa fi dhiirota dhiira wajjin sagaagalaniif, warra garba daldalanii fi warra soba dubbataniif, warra sobaan dhugaa baʼanii fi warra barsiisa dhugaatiin morman hundumaaf akka tumame ni beekna; Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 አከኑመስ ሴር ኤጅቶታፊ ዺሮተ ዺረ ወጅን ሰጋገለኒፍ፣ ወረ ገርበ ደልደለኒፊ ወረ ሶበ ዱበተኒፍ፣ ወረ ሶባን ዹጋ በአኒፊ ወረ በርሲሰ ዹጋቲን ሞርመን ሁንዱማፍ አከ ቱመሜ ንቤክነ፤ Viz kapitola |