1 ጢሞቴዎስ 1:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Ani Phaawulos, abboommii Waaqayyoo fayyisaa keenyaa fi Kristos Yesus abdii keenyaan ergamaa Kristos Yesus kanan ta'e*, Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Phaawulos isa ajaja fayyisaa keenya Waaqaatii fi abdii keenya Kiristoos Yesuusiin ergamaa Kiristoos Yesuus taʼe irraa, Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ጳዉሎስ እሰ አጀጀ ፈይሳኬኘ ዋቃቲፊ አብዲኬኘ ክርስቶስ ዬሱሲን ኤርገማ ክርስቶስ ዬሱስ ተኤራ። Viz kapitola |