Online Bible

- Reklamy -




1 ተሰሎኒቄ 1:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

5 Wangeelli nuyi isiniif lallabne humnaan, hafuura qulqulluudhaan akkasumas amansiisa guutuudhaan malee, sagalee duwwaadhaan gara keessan hin dhufne; nuyi immoo sababii keessaniif namoota attamii taanee akka isin gidduu turre in beektu*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

5 wangeelli keenya humnaan, Hafuura Qulqulluu fi amansiisa guddaan malee dubbii afaanii qofaan gara keessan hin dhufneetii. Nu isiniif jennee akkamitti akka isin gidduu jiraanne ni beektu.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

5 ወንጌልኬኘ ሁምናን፣ ሀፉረ ቁልቁሉፊ አመንሲሰ ጉዳን መሌ ዱቢ አፋኒ ቆፋን ገረኬሰን ህንዹፍኔቲ። ኑ እስኒፍ ጄኔ አከምት አከ እስን ግዱ ጅራትኔ ንቤክቱ።

Viz kapitola kopírovat




1 ተሰሎኒቄ 1:5

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy