1 ሳሙኤል 1:23 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo23 Elqaanaan abbaan manaa ishee,<<Waanuma gaarii sitti fakkaate godhi! Hamma mucicha harma guuftuttis mana turi! Waaqayyo wanta dubbate fiixaan haa baasu!>> jedheen; Haannaanis hamma ilmi ishee harma gu'utti hoosisuudhaaf manatti in hafte. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa23 Dhirsi ishee Elqaanaanis, “Waanuma jaallatte godhi; ati hamma harma isa guusiftutti asuma turi; Waaqayyo garuu dubbii isaa fiixaan haa baasu” jedheen. Kanaafuu dubartittiin mana turtee hamma harma isa guusiftutti ilma ishee hoosifte. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ23 ዽርስሼ ኤልቃናንስ፣ “ዋኑመ ጃለቴ ጎዽ፤ አት ሀመ ሀርመ እሰ ጉስፍቱት አሱመ ቱር፤ ዋቀዮ ገሩ ዱቢሳ ፊጣን ሃባሱ” ጄዼን። ከናፉ ዱበርትቲን መነ ቱርቴ ሀመ ሀርመ እሰ ጉስፍቱት እልመሼ ሆስፍቴ። Viz kapitola |