1 ሳሙኤል 1:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Kana irratti Eliin,<<Nagaadhaan dhaqi! Waaqayyo inni kan Israa'el waan ati isa kadhatte siif haa kennu!>> jedheen. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Eeliinis, “Nagaan deemi; Waaqni Israaʼel waan ati kadhatte siif haa kennu” jedhee deebiseef. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 ኤሊንስ፣ “ነጋን ዴም፤ ዋቅን እስራኤል ዋን አት ከዸቴ ሲፍ ሃኬኑ” ጄዼ ዴብሴፍ። Viz kapitola |