1 ሳሙኤል 1:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Sababii gaddii fi aariin anatti baay'ateefan hamma ammaatti dudubbachaa jira, kanaaf ana garbittii kee akka dubartii waa'ee hin baafneetti hin lakkaa'in!>> jetteen. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Ati garbittii kee akka dubartii faayidaa hin qabne tokkootti hin ilaalin. Ani sababii dhiphinaa fi gadda koo guddaa sanaatiif hamma ammaatti kadhachaara.” Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 አት ገርብቲኬ አከ ዱበርቲ ፋይዳ ህንቀብኔ ቶኮት ህንእላልን። አን ሰበቢ ዽጵናፊ ገደኮ ጉዳ ሰናቲፍ ሀመ አማት ከዸቻን ጅረ።” Viz kapitola |