1 ሳሙኤል 1:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Haannaan garuu deebifteefii,<<Waawuu, yaa gooftaa ko, ani daadhii waynii yookiis dhugaatii macheessu hin dhugne; ani dubartii garaan ishee baay'ee gaddee dha; kanaafan kadhata kootiin gadda garaa kootii Waaqayyo koo duratti dhangalaafadha. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Haannaanis akkana jettee deebifte; “Lakki akkas miti; yaa gooftaa ko, ani dubartii akka malee dhiphatee dha. Ani lubbuu koo fuula Waaqayyoo duratti dhangalaase malee daadhii wayinii yookaan dhugaatii nama macheessu hin dhugne. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ሃናንስ አከነ ጄቴ ዴብፍቴ፤ “ለክ አከስ ምት፤ ያ ጎፍታኮ፣ አን ዱበርቲ አከ መሌ ዽጰቴዸ። አን ሉቡኮ ፉለ ዋቀዮ ዱረት ዸንገላሴ መሌ ዳዺ ወይኒ ዮካን ዹጋቲ ነመ መቼሱ ህንዹግኔ። Viz kapitola |