1 ጴጥሮስ 1:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Fayyina lubbuu keessanii, isa amantiin keessan bira ga'uudhaaf akeekkachaa jiru argachuuttis in gammaddu*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 isin buʼaa amantii keessanii jechuunis fayyina lubbuu keessanii argachaa jirtuutii. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 እስን ቡኣ አመንቲኬሰኒ ጄቹንስ ፈይነ ሉቡኬሰኒ አርገቻ ጅርቱቲ። Viz kapitola |