1 ጴጥሮስ 1:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Isin isa mul'achuuf jiru sana hin argine yoo ta'e iyyuu, isa in jaallattu; amma yoo isa arguu dhabaattan iyyuu, isatti in amantu akkasumas gammachuu akkas jedhamee hin dubbatamneef, gammachuu ulfina guddaa qabuun in gammaddu*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Isin utuu isa hin argin isa jaallattu; amma yoo isa arguu baattan iyyuu isatti amantu; gammachuu ibsamuu hin dandeenyee fi ulfina qabeessaanis guutamtaniirtu; Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 እስን ኡቱ እሰ ህንአርግን እሰ ጃለቱ፤ አመ ዮ እሰ አርጉ ባተንዩ እሰት አመንቱ፤ ገመቹ እብሰሙ ህንደንዴኜፊ ኡልፍነ ቀቤሳንስ ጉተምተኒርቱ፤ Viz kapitola |