Online Bible

- Reklamy -




1 ጴጥሮስ 1:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

7 Warqeen inni baduuf jiru iyyuu ibiddaan in qorama; amantiin keessan inni warqee caalaa gati-jabeessi immoo, guyyaa Yesus Kristos itti mul'achuuf jiru sanatti, jajamee guddinaa fi ulfina akka argatutti qoramee in ilaalama*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

7 Wanni kunis akka amantiin keessan kan warqee yoo ibiddaan qulqulleeffame iyyuu badu sana caalu sun dhugaa taʼuun isaa mirkaneeffamee, yeroo itti Yesuus Kiristoos mulʼatutti galata, ulfinaa fi kabaja fiduuf taʼe.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

7 ወን ኩንስ አከ አመንቲንኬሰን ከን ወርቄ ዮ እብዳን ቁልቁሌፈሜዩ በዱ ሰነ ጫሉ ሱን ዹጋ ተኡንሳ ምርከኔፈሜ፣ ዬሮ እት ዬሱስ ክርስቶስ ሙልአቱት ገለተ፣ ኡልፍናፊ ከበጀ ፍዱፍ ተኤ።

Viz kapitola kopírovat




1 ጴጥሮስ 1:7

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy