Online Bible

- Reklamy -




1 ጴጥሮስ 1:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

3 Waaqayyoo fi abbaa gooftaa keenyaa Yesus Kristosiif galanni haa ta'u! Inni araara isaa isa guddaadhaan, Yesus Kristos warra du'an keessaa ka'uu isaatiin, abdii isa jiraataa kanatti qabamnee akka jiraannuuf haaraa godhee nu dhalachiiseera*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

3 Waaqaa fi Abbaan Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos haa eebbifamu! Inni araara isaa guddaa sanaan, warra duʼan keessaa kaʼuu Yesuus Kiristoosiin abdii jiraataadhaaf lammata nu dhalche;

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

3 ዋቃፊ አባን ጎፍታኬኘ ዬሱስ ክርስቶስ ሃኤብፈሙ! እን አራረሳ ጉዳ ሰናን፣ ወረ ዱአን ኬሳ ከኡ ዬሱስ ክርስቶሲን አብዲ ጅራታዻፍ ለመተ ኑ ዸልቼ፤

Viz kapitola kopírovat




1 ጴጥሮስ 1:3

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy