1 ጴጥሮስ 1:23 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo23 Isin sanyii baduttii utuu hin ta'in, sanyii hin badnettii sagalee Waaqayyoo isa jiraataa fi isa akka jirutti hafuun, haaraa taatanii dhalattaniittu*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa23 Isin karaa dubbii Waaqaa isa jiraatuu fi cimee dhaabatu sanaatiin sanyii hin badne irraa lammata dhalattan malee sanyii badu irraa miti. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ23 እስን ከራ ዱቢ ዋቃ እሰ ጅራቱፊ ጭሜ ዻበቱ ሰናቲን ሰኚ ህንበድኔራ ለመተ ዸለተን መሌ ሰኚ በዱራ ምት። Viz kapitola |