Online Bible

- Reklamy -




1 ጴጥሮስ 1:22 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

22 Isin dhugaadhaaf abboomamuu keessaniin, jireenya keessan qulleeffattanii, obboloota garaa qulqulluudhaan jaallachuu bira geessaniittu; ammas jaalala ho'aa isa garaa keessaa dhufuun wal jaalladhaa*!

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

22 Egaa isin waan akka obboloota keessaniif jaalala dhugaa qabaattaniif jettanii dhugaadhaaf ajajamuun of qulqulleessitaniif, cimsaatii garaa qulqulluudhaan wal jaalladhaa.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

22 ኤጋ እስን ዋን አከ ኦቦሎተኬሰኒፍ ጃለለ ዹጋ ቀባተኒፍ ጄተኒ ዹጋዻፍ አጀጀሙን ኦፍ ቁልቁሌስተኒፍ፣ ጭምሳቲ ገራ ቁልቁሉዻን ወል ጃለዻ።

Viz kapitola kopírovat




1 ጴጥሮስ 1:22

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy