1 ጴጥሮስ 1:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Inni uumamuu biyya lafaa dura yaadaan qabame; gara dhuma barichaatti immoo isiniif jedhee mul'ifame*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 Inni utuu addunyaan hin uumamin duraan dursee beekame; garuu isiniif jedhee bara dhumaa kana keessa mulʼate. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 እን ኡቱ አዱኛን ህንኡመምን ዱራን ዱርሴ ቤከሜ፤ ገሩ እስኒፍ ጄዼ በረ ዹማ ከነ ኬሰ ሙልአቴ። Viz kapitola |