1 ጴጥሮስ 1:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Isin akka akeeka Waaqayyoo abbaatti, Yesus Kristosiif abboomamuuf, dhiiga isaatiinis qulleeffamuuf, hafuura qulqulluudhaan qulqulleeffamtanii fo'amtaniittu. Ayyaannii fi nagaan isiniif haa baay'atu*! Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 kanneen akka beekumsa Waaqa Abbaatti, karaa hojii qulqulleessuu Hafuuraatiin, akka Yesuus Kiristoosiif ajajamanii fi akka dhiigni isaa isaanitti facaafamuuf filatamaniitti: Ayyaannii fi nagaan isiniif haa baayʼatu. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ከኔን አከ ቤኩምሰ ዋቀ አባት፣ ከራ ሆጂ ቁልቁሌሱ ሀፉራቲን፣ አከ ዬሱስ ክርስቶሲፍ አጀጀመኒፊ አከ ዺግንሳ እሳንት ፈጫፈሙፍ ፍለተመኒት። አያኒፊ ነጋን እስኒፍ ሃባይአቱ። Viz kapitola |