1 ጴጥሮስ 1:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Kanaaf mudhii yaada keessanii jabeeffadhaa, warra of qaban ta'aa, abdii keessan guutummaatti ayyaana isa yeroo Yesus Kristos mul'atutti isiniif dhufu irra kaa'adhaa*! Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Kanaafuu mudhii qalbii keessanii hidhadhaa; warra of qaban taʼaa; abdii keessanis guutumaan guutuutti ayyaana yeroo Yesuus Kiristoos mulʼatutti isinii kennamu sana irra kaaʼadhaa. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ከናፉ ሙዺ ቀልቢኬሰኒ ህዸዻ፤ ወረ ኦፍ ቀበን ተኣ፤ አብዲኬሰንስ ጉቱማን ጉቱት አያነ ዬሮ ዬሱስ ክርስቶስ ሙልአቱት እስኒ ኬነሙ ሰነረ ካአዻ። Viz kapitola |