1 ጴጥሮስ 1:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Isaan waa'ee dhiphina Kristosin argatuu, waa'ee ulfina booddeedhaan isaaf dhufuuf jiruu, duraan dursanii yeroo dubbatan, hafuurri Kristos inni isaan keessa ture, gara nama attamii yookiis yeroo attamii akka inni argisiisaa ture in qoratan*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 isaanis yommuu Hafuurri Kiristoos inni isaan keessa ture sun waaʼee dhiphina Kiristoosiitii fi waaʼee ulfina itti aanu sanaa duraan dursee dubbatetti yoomii fi haala akkamii keessa akka taʼu beekuuf yaalaa turan. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 እሳንስ ዮሙ ሀፉር ክርስቶስ እን እሳን ኬሰ ቱሬ ሱን ዋኤ ዽጵነ ክርስቶሲቲፊ ዋኤ ኡልፍነ እት ኣኑ ሰና ዱራን ዱርሴ ዱበቴት ዮሚፊ ሃለ አከሚ ኬሰ አከ ተኡ ቤኩፍ ያላ ቱረን። Viz kapitola |