1 ዮሀንስ 1:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Cubbuu keenya yoo isatti himanne, inni amanamaa fi qajeelaa waan ta'eef, cubbuu keenya nuuf in dhiisa, jal'ina keenya hundumaattiis nu qulleessa*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Yoo cubbuu keenya himanne, inni cubbuu keenya nuu dhiisuuf amanamaa fi qajeelaa dha; jalʼina hunda irraas nu qulqulleessa. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ዮ ጩቡኬኘ ህመትኔ፣ እን ጩቡኬኘ ኑ ዺሱፍ አመነማፊ ቀጄላዸ፤ ጀልእነ ሁንደራስ ኑ ቁልቁሌሰ። Viz kapitola |