1 ዮሀንስ 1:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Waaqayyo ifa; dukkannis matumaa isa keessa hin jiru; ergaan nuyi isa irraa dhageenyee isinitti himnus isuma kana*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Ergaan nu isa irraa dhageenye, kan isinittis labsinu isa kana: Kunis akka Waaqni ifa taʼee fi akka dukkanni gonkumaa isa keessa hin jirree dha. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ኤርጋን ኑ እሰራ ዸጌኜ፣ ከን እስንትስ ለብስኑ እሰ ከነ፤ ኩንስ አከ ዋቅን እፈ ተኤፊ አከ ዱከን ጎንኩማ እሰ ኬሰ ህንጅሬዸ። Viz kapitola |