1 ዮሀንስ 1:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Nuyi cubbuu hin hojjenne yoo jenne immoo isa sobduu in goona, dubbiin isaas nu keessa hin jiru. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Nu yoo cubbuu hin hojjennee jenne immoo sobduu isa goona; dubbiin isaas nu keessa hin jiru. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ኑ ዮ ጩቡ ህንሆጄትኔ ጄኔሞ ሶብዱ እሰ ጎነ፤ ዱቢንሳስ ኑ ኬሰ ህንጅሩ። Viz kapitola |