1 ቆሮንቶስ 1:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Kanaaf lammaffaa mul'achuu gooftaa keenyaa Yesus Kristos eeggachaa utuu jirtanii, kennaa hafuuraa keessaa tokko illee isinitti hin hiratu*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Kanaafuu utuu mulʼachuu Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos eeggachaa jirtanuu kennaan hafuuraa tokko iyyuu isin jalaa hin hirʼatu. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ከናፉ ኡቱ ሙልአቹ ጎፍታኬኘ ዬሱስ ክርስቶስ ኤገቻ ጅርተኑ ኬናን ሀፉራ ቶኮዩ እስን ጀላ ህንህርአቱ። Viz kapitola |