1 ቆሮንቶስ 1:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Kriisphosii fi Gaayos irraa kan hafe isin keessaa nama kan biraa iyyuu bagan hin cuuphin*! Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Ani Kiriisphoosii fi Gaayoosin malee isin keessaa nama tokko illee waan hin cuuphiniif Waaqa nan galateeffadha. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 አን ክሪስጶሲፊ ጋዮስን መሌ እስን ኬሳ ነመ ቶኮሌ ዋን ህንጩጵኒፍ ዋቀ ነንገለቴፈዸ። Viz kapitola |