Yoonaas 1:4 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Waaqayyo bubbee jabaa tokko galaanatti erge; dambaliin akka malee jabaan tokko kaanaan dooniin sun gargar caccabuu gaʼe. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Yommus Waaqayyo qilleensa jabaa galaanichatti kaase; bubbeen humna-qabeessis galaanichatti waan ka'eef markabichi caccabuu bira ga'e*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ዋቀዮ ቡቤ ጀባ ቶኮ ገላነት ኤርጌ፤ ደምበሊን አከ መሌ ጀባን ቶኮ ካናን ዶኒን ሱን ገርገር ጨጨቡ ገኤ። Viz kapitola |