Yooʼeel 1:9 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Kennaan midhaaniitii fi dhibaayyuun mana Waaqayyoo irraa citaniiru. Luboonni fuula Waaqayyoo dura tajaajilan booʼaa jiru. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Kennaan nyaataa fi dhugaatii mana Waaqayyoo irraa in cite, kanaaf luboonni warri Waaqayyo gooftaadhaaf hojjetan gaddanii in boo'u*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ኬናን ምዻኒቲፊ ዽባዩን መነ ዋቀዮራ ጭተኒሩ። ሉቦትን ፉለ ዋቀዮ ዱረ ተጃጅለን ቦኣ ጅሩ። Viz kapitola |