Uumama 1:9 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Waaqnis, “Bishaan samiidhaa gad jiru iddoo tokkotti walitti haa qabamu; lafti gogaanis haa mulʼatu” jedhe. Akkasumas taʼe. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Waaqayyo,<<Bishaanonni bantii waaqaa kanaa gad jiran iddoo tokkotti walitti haa qabaman, lafti inni bishaan irra hin ciifne haa mul'atu!>> jedhe; akkasumas in ta'e*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ዋቅንስ፣ “ብሻን ሰሚዻ ገድ ጅሩ እዶ ቶኮት ወልት ሃቀበሙ፤ ለፍት ጎጋንስ ሃሙልአቱ” ጄዼ። አከሱመስ ተኤ። Viz kapitola |