Uumama 1:8 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Waaqnis bantii sana “samii” jedhee moggaase. Galgalas taʼe; ganamas taʼe; guyyaa lammaffaa. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Waaqayyo bantii sana <<Waaqa>> jedhee in moggaase; galgallis ta'e, ganamnis ta'e; kun guyyaa lammaffaa dha. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ዋቅንስ በንቲ ሰነ “ሰሚ” ጄዼ ሞጋሴ። ገልገለስ ተኤ፤ ገነመስ ተኤ፤ ጉያ ለመፋ። Viz kapitola |