Uumama 1:5 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Waaqnis ifa sanaan “Guyyaa” jedhe; dukkana sanaan immoo “Halkan” jedhee moggaase. Galgalas taʼe; ganamas taʼe; guyyaa tokkoffaa. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Waaqayyo ificha <<Guyyaa>>, dukkanichas <<Halkan>> jedhee in moggaase; galgallis ta'e, ganamnis ta'e; kun guyyaa tokkoffaa dha. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ዋቅንስ እፈ ሰናን “ጉያ” ጄዼ፤ ዱከነ ሰናንሞ “ሀልከን” ጄዼ ሞጋሴ። ገልገለስ ተኤ፤ ገነመስ ተኤ፤ ጉያ ቶኮፋ። Viz kapitola |